Home
  • Get in Touch
  • hi@kabomatics.com
  • +251-9-1126-1137
  • Client: Kiremu Court
  • Date: 10 May 2019
  • Website: kiremucourt.com
  • Category: management system

MANA MURTII AANAA KIIRAMUU APP

Manni murtii Aanaa Kiiramuu kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa bara 1999 irraa eegalee hundeeffamuun kan kennaa jirudha. Bu'uuruma kanaan hojiin idilee mana murtichaa si'ataa, dhaqqabamaa taasisuuf appilikeekishinii kana kan wal ta'insa kaboomaatiksi teekinoloogii waliin ta'uun kan kalaqnedha.